ABDII SABAA
Kanalga Telegramβda oβtish
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa π¬Contact Usπ¬ @AbdiiSabaaDm π―BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university π―MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
Ko'proq ko'rsatish561 287
Obunachilar
+724 soatlar
-2397 kunlar
-63030 kunlar
Postlar arxiv
#Ads
Pilaatfoormii amanamaafi namoonni hedduun irraa fayyadaman kana eegaluun yeroo keessan kara maallaqaatti jijjiiraa.
Eegaluuf
πππππππππ
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
β€ 73π 25π 12π€© 2
Namoonni Miidiyaa hawaasummaarratti gochaa duudhaa, ummata Itiyoophiyaan ala ta'e raawwatan to'ataman.
Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee namoota miidiyaa hawaasummaa Tiiktookiidhaan gochaa duudhaa ummata Biyyattiin ala ta'e raawwatan to'achuun qorannoo irratti eegaluu beeksise.
Maqaa Tiiktookii Lil_jay jedhamuun kan ofwaamu Gooyigaar Koot Wuyiwaaliifi isa waliin gocha saalfachiisaa kana raawwataa kan turte, Haliilee Giboo Ayyaanaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti to'atamuu Poolisiin Finfinnee ibsa isaatiin beeksiseera.
Gama biraan maqaa tiiktookii isaa Pireezidaanti Maammee jedhuun kan of waamu Baahiruddiin Musammaa ergaa aadaa fi duudhaa biyyaa waliin hin deemne dabarsuu isaatiin Kutaa Magaalaa Booleetti to'atameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 205π 118π 24π₯ 4π€ 2
Photo unavailableShow in Telegram
π₯Online Course- @Abdii_Sabaa_University
π'Full-Stack' developer taβaa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
β’ Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
β’ Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
π» Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
β’ Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
β’ Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
β’ Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
π± Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
β’ Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
π»β’ Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
β’ Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
β’ Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
π€ AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
β’ Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
β’ Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
β’ Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
β’ 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
β’ Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
β’ Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
β’ Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
π Amaloota Sagantichaa (Overview)
β
Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
β
Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiruβYeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
β
Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
β
Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)βDubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
β
Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
π° Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
β’ Simisteera 1: Qarshii 1000
β’ Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
βοΈ Amma Galmaa'aa: galmaaβuuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa taβeef Warri galmeef qunnamtan βHi β osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 236π’ 17π 10π₯ 1
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa Adoonaayi Birhaanee G/Mikaa'el to'annoo jala oolchee qorannoo gaggeessaa jira.
Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Adoonaay Birhaanee G/Mikaaβel dhimma yakkaa shakkamtoonni shan uffata aadaa fi safuu gaarii ummata Itoophiyaa faallessu uffachuun toβannoo jala ooluu walqabatee kan toβatame taβuu beeksise.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 582π 185π 69π 41π 37π€© 29π«‘ 23π’ 13π₯° 12π€― 11π€ 10
Photo unavailableShow in Telegram
Ministeerri Fayyaa Naannoo Kibba Itoophiyaafi Naannoo Sidaamaatti talaallii yaalii vaayirasii Maarbargi ittisuufi oolu kennuu jalqabu beeksise.
Akka Ministeerichi ibsetti, talaalliin kana hojii irra olchuun dura qorannoo irratti gaggeeffameen nageenya qabaachuun isaa kan mirkanaaβeefi, waggaa tokkoon dura weerara walfakkaataa Maarbargi Ruwaandaatti mullateef yeroo sunitti hojii vaayirasichaa ittisuu irratti buβaa abdachiisaa kan agarsiisee taβuun hordofeeti.
Talaalliin kun dursa hojjettoota fayyaa saaxilamoo taβaniifi namoota vaayirasichaan qabaman waliin kanneen qunnamtii qabaniif kan kennamu yoo taβu, adeemsi kunis akkaataa qajeelfama Dhaabbata Fayyaa Addunyaafi Abbaa Taayitaa Sirna Nyaataafi Qoricha Itoophiyaatiin kan hojii irraa kan ooluu taβuu ministeerichi beeksiseera.
Akka odeeffannoon hanga ammaatti waa'ee vaayirasichaa wal qabatan ibsutti qorannoon laabraatoorii namoota kuma1 fi 530 irratti kan gaggeeffame yoo ta'u, namoota 13 irratti vaayirasichi argameera. Namoota vaayirasichaan qabaman keessa namoonni saddeet sababa vaayirasii kanatiin lubbuun darbuun, namoonni 4 immo vaayirasicha irraa bayyanachuun himame jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 292π 38π 14π€― 7π 5π₯° 1
Photo unavailableShow in Telegram
Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu dandaβuun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin βWithdrawβ taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
β€ 179π 27π€¬ 19π 16π€― 11π 8π 6π± 2π₯ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Badhaasa βTiiktook Awaardβ dhiyeenya taasifame irratti namoota uffata safuufi duudhaa ummataa faalu uffatanii mullatan toβannaa jala oolchuu poolisiin beeksise
Koomishiniin Poolisii Federaalaa badhaasa dhiyeenya taasifame βJii Paawor Tiiktook Kireetiiv Awaardiβ jedhamu irratti aadaa duudhaafi safuu biyyattii bifa cabsuun namoota uffata qullaa isaanii mullisu uffatanii mullatanii fi foddaa televizyiniin mullatan toβatee qorannaa jalqabuu beeksise.
Poolisiin Federaalaa maxxansa fuula feesbuukii isaa irratti qoodeen, badhaasa dhiyeenya taasifame βJii Paawor Tiiktook Kireetiiv Awaardiβ kana irratti bifa aadaa duudhaa fi safuu hawaasa biyyattii cabsuun namoota uffannaa hin malle uffatan, kan qophicha maallaqaan deeggaranii fi kan qopheessan irratti qorannoo jalqabuu beeksisee jira.
Namootni toβannoo jala oolanii jiran kunis Wangeelaawiit Gabra Indiriyaas Barihee, Barakat Tsaggaayee Jifaar, Madqam Darajjee Mangistuu, Giruum Gazzaany Qacanee fi Yohaannis Mokonnon Hayilamaaram taβuus ibseera.
Poolisiin dabaluun, aadaa duudhaafi isafuu hawaasichaa kan faalan barmaatni badaan baballachuun akka dhaloota biyyattii hin faalle shakkamtoota toβannaa jala oolan kana irratti tarkaanfii seeraa fudhachuu jabeessee akka itti fufu ibseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 425π 127π 80π€― 17π± 1
Photo unavailableShow in Telegram
Mohammad Saalaan maqaa fi seenaa gaarii gabbifate balleessaa jira - Wayinii Ruunii
Mohammad Saalaan leegaasii bareedaa Liiverpuul keessatti gabbifate balleessaa jira jedhe Wayinii Ruuniin.
Saalaan Sanbata darbe Liivarpuul ''kufaatii ammaa hunda anatti qabachaa jiru'' jechuudhaan baay'ee akka gadde hime.
Hariiroon leenjisaa kilabichaa Arnee Isloot waliin qabanis adda cituu himeera.
Wayinii Ruuniin amma Arnee Isloot aangoo isaa Mohammad Saalaatti agarsiisuu qaba jedhe.
''Waan ati dubbatte fudhatama waan hin qabneef garee keenya waliin tapha Shaampiyoonsi Liigii boruutiif hin imaltu'' jechuun keessaa baasuu qaba jedhe.
Garee tapha Shaampiyoonsi Liigii Kibxata buruu Intar Miilaan waliin qaban keessaa hanbisuu qaba jedhe.
Akkasumas tapha Biraayitaniin ala gochuu qaba jechuudhaan hime.
Kana malees ''mee Waancaa Afrikaaf deemiitii haalli jiru hundi haa tasgabbaa'u'' jechuu qaba jedhe Ruuniin.
Ruuniin Mohammad Saalaan ''balleessaa isaa kanaaf furmaata barbaaduun Arnee isloot waliin nagaa buusuu qaba yookaan kilabicha hatattamaan gadhiisuu qaba'' jedheera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 334π’ 83π 46π 37π 18π€© 13π₯° 12π 11π€― 9π 6π€ 3
Photo unavailableShow in Telegram
βDiinota Itoophiyaa tokko tokkoon akka injiraan rifeensatti harcaafnaβ MM Abiy Ahmad Alii
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa harβaa Naannoo Giddu - galeessa Itoophiyaa Magaalaa Hosaanaatti, guyyaa Saboota, sab-lammootaa fi ummatootaa 20ffaa sababeeffachuun haasaa taasisaniin βDiinota Itoophiyaa tokko tokkoon isaanii akka injiraanii rifeensatti ni harcaafnaββ jechuun dubbatan.
Muummichi Ministiraa itti dabaluunis βFaayidaa biyyaafi jecha hammeenya diinota addaan baasuu qabnaβ jechuunis dubbataniiru. βGaafa diinni hawwii keenya dukkaneessuuf kaβu, Itoophiyanonni meeshaa diinaa taβuu hin qabnu, tokko taβuu osoo qabnuu, hawwii hamaa diina gidduu keenya galchinee seenaan akka nu hin gaafanee qalbii bitannee nagaa keenya cimsachuu qabnaββ jedhan.
Dabaluunis ilaafi ilaameetti amanuun, dirree hojii keenya hunda irratti ciminaan haa hojjannu, malaammaltummaa haa balleessinu, dantaa biyyaafi kabaja ummata keenyaaf dursa haa kenninu, ammayyummaafi jijjiiramaaf ha hojjannu jechuun gaafataniiru. Itoophiyaan biyya abdiin guutamtedhaβ jechuun kan itti fufan Abiy, gama hundaan mirga abbaa biyyummaa keenyahaa mirkaneessinu jedhanii jiran.
Biyyi guddina diinagdee fooyyaβaa agarsiisaa jiraachuus dubbatanii βjalqabni gaarii kana Uumaan keenyaan kan deggarame taβus, seexanni halkanii guyyaa gufachiisuf carraaqii garagaraa taasisaa jirtiβ jedhan. Akkasumas, βqormaanni, rakkinni, yaadni hamaan kamiyyuu Itoophiyaan akka hin badhaadhineef dhorkuu hin dandaβuβ jedhan.
Itti dabaluunis, Biyyi keenya βqormaata hunda gara carraatti jijjiiruun badhaadhina Itoophiyaa ni saffisiisna; tokkummaa Itoophiyaa ni cimsina, diina Itoophiyaa akka Injiraan rifeensatti tokko tokkoon ni harcafanaaβ jedhan.
Dhumarrattis βItoophiyaan obboloota keenya Afriikaafi mallattoo badhaadhina ni taatiβ kan jedhan Abiyi, waan hunda βakkuma nagaan jalqabne nagaan xumurra, nuti ijoolleen Koloneel Bazzaabbii hin qaanofnu, waan gootummaadhaan jalqabne gootummaadhaan xumurra βjechuun erga isaanii xumuraniru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 352π 56π€© 29π 18π 12π― 12π¨ 12π€¬ 10π«‘ 7β€βπ₯ 6π€ 5
Photo unavailableShow in Telegram
π₯Online Course- @Abdii_Sabaa_University
π'Full-Stack' developer taβaa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
β’ Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
β’ Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
π» Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
β’ Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
β’ Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
β’ Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
π± Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
β’ Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
π»β’ Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
β’ Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
β’ Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
π€ AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
β’ Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
β’ Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
β’ Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
β’ 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
β’ Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
β’ Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
β’ Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
π Amaloota Sagantichaa (Overview)
β
Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
β
Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiruβYeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
β
Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
β
Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)βDubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
β
Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
π° Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
β’ Simisteera 1: Qarshii 1000
β’ Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
βοΈ Amma Galmaa'aa: galmaaβuuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa taβeef Warri galmeef qunnamtan βHi β osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 117π 5π₯ 3π€― 1
Photo unavailableShow in Telegram
Mootummaan Beeniin loltoota fonqolcha mootummaa gaggeessuuf turan toβachuu ibse
Loltoonni biyyattii Pirezidaantii Beenin Paatriis Taaloon taayitaarraa fonqolchineerra jechaan Televizyinii biyyaattiin labsuun booda, mootummaan Beeniin yaala fonqolchaa kana hambisuu ibse.
Maddeewwan Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Nageenyaa Motummaa Beeniin akka ibsanitti, yaalii fonqolcha mootummaa Beeniin Sambata kaleessaa taasifame hordofee loltoonni hedduun toβannoo jala oolfamuu ibsaniiru.
Pireezidaaanti Taalon Eebla dhufu kana taayitaa biyyattii dabarsanii kennuuf wayita qophaaβaa jirannitti yaaliin fonqolcha mootummaa kun gaggeeffame. Turtii waggaa kudhanii Beeniin gaggeessan keessatti diinagdee biyyattii fooyyaβus, garuu rakkoon nageenyaa kan hammaatee ture jedahmeera.
Dilbata kaleessaas Lotoonni Waraanaa Beeniin walgahuun Koree Waraanaa Lafaahundeeffamaa jedhaman wal gahuun televezyinii biyyattiin Pireezidaanti Taaloon akka taayitaarraa kaafaman murteessineerraa jechuun ibsa kennanii turan.
Wayituma kana miidiyaan AFP, βwaan kana kan raawwatan humnoota muraasa televizyinii biyyattii toβatanβ jechuun aangawoota Pireezidaanti Taalon tti siqanirraa odeeffachuun gabaaseera.
Humni Waraanaa biyyattii amma lafaa toβataa jira, Magaalaa Guddoon biyyattii amma nageenya amansiisaa keessa jirti jedheera.
Alaasaan Seeyiduu, Ministeerri Dhimma Keessoo Beeniin hojii Humnoota Waraanaa kana abaaranii jiran. Seeyiduun βtaateen kun biyyattii tasgabbii dhowwuuf kan taasifamesβ jedhan.
Dabalaniis kana hordofuun Humni Waraanaa Beeniin fi gaggeessitoonni biyyattii haala jiru toβannoo jala oolchuun, yaala fonqolcha mootummaa kana fashaleessaniiruβ jedhanii jiran.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 179π 21π 9π 4π 2π€― 1
Photo unavailableShow in Telegram
π₯Online Course- @Abdii_Sabaa_University
π'Full-Stack' developer taβaa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
β’ Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
β’ Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
π» Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
β’ Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
β’ Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
β’ Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
π± Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
β’ Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
π»β’ Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
β’ Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
β’ Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
π€ AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
β’ Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
β’ Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
β’ Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
β’ 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
β’ Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
β’ Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
β’ Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
π Amaloota Sagantichaa (Overview)
β
Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
β
Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiruβYeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
β
Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
β
Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)βDubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
β
Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
π° Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
β’ Simisteera 1: Qarshii 1000
β’ Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
βοΈ Amma Galmaa'aa: galmaaβuuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa taβeef Warri galmeef qunnamtan βHi β osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 161π 11π 9π€― 4π₯° 1
Photo unavailableShow in Telegram
Torbee dhufu talaalliin Vaayirasii Maarbarg Itoophiyaatti ni eegala jedhame.
Itoophiyaan yaalii talaallii vaayirasii Maarbargi oolu Mudde 8 akka eegaltu himame. Qorichaa talaallii Vaayirasii kanaafi ooluu doozii 2,500 bifa deeggarsaatiin mootummaa Ameerikaa irraa argachu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteetis Eerviin Massinga talaallii kana Tajaajila Dhiyeessii Qorichaa Itoophiyaafi dabarsan kenanniru.
Ministirri Fayyaa Itoophiyaa Dooktar Maqdas Dhaaba, yaaliin talaallii ariifachiisaa Kuni Marsaa 2ffaa Inistiitiyuutiin Qorannoo Armaawuer Haansen durfamu hordofuun kan kennamu yoo taβu, Abbaa Taayitaa Qorichaa fi Sirna Nyaataa Itoophiyaa waliin taβuun hordoffiifi toβannoo ni taasifasa jedhan.
Doktar Maqadas tti dabaluudhaan, yeroo jalqabaaf talalliin kuni ogeessonni fayyaa sadarkaa duraafi hawaasni Vaayirasiichaan saaxilamoo ta'aniifi dursi ni kennama jedhaniru.
Gama biraatiin Biiroon Eegumsa Fayyaa Naannoo Kibbaa Itoophiyaa naannolee weerarri vaayirasichaan miidhaman keessatti manaa manaatti tajaajila barbaachsia kennaa jiraachuu ibsuun qindoomina mootummaafi hawaasaa waliin taasifameen vaayirasicha hirdhisuun milkaa'inni mullachaa akka jiruus eerera.
Akkasumas, qondaaltonni hojiin dhiyeessii tajaajila barbaachisoo taβan erga mirkaneessanii booda, torban dhufu barnoonni kutaa 5ffaa ol gara barnootaatti akka deebi'anis beeksiseera. Dabalees Sochii of eeggannoo cimsuufi hubannoo hawaasaa weerara vaayrasii cimsuuf sadarkaa Gandaafi Aanaatii duula hubannoo uumuu cimsuun barbaachisaa taβuu qondaaltonni cimsanii dubbataniiru.
Akkasumas Geejjibni naannichaa haala of eeggannoo qabuun eeyyamamee jira, haa taβu malee biiroon tarkaanfiiwwan sirreeffamaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mariβachuun miidhaa sosochii eeyyama osoo hin qabneen garas dhufu tarkaanfii akka fudhatamu akeekkachiiseera.
Xummura irratti biirichi haati tokko vaayirasii Maarbargiin wal'aansa argachaa turte tokko guutummaatti erga fayyitee booda Mudde 5 hospitaala bahu ishee gabaaseera. Kananis haatii kuni gammadduun ''Waaqa gaditti ogeeyyii fayyaa qarqara du'aa irraa na baraaraniif nan galateeffadha'' akka jettes dabale himeera
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 324π 23π₯ 17π 17π₯° 5π 4π€― 1
Photo unavailableShow in Telegram
π₯Online Course- @Abdii_Sabaa_University
π'Full-Stack' developer taβaa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
β’ Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
β’ Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
π» Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
β’ Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
β’ Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
β’ Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
π± Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
β’ Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
π»β’ Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
β’ Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
β’ Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
π€ AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
β’ Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
β’ Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
β’ Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
β’ 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
β’ Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
β’ Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
β’ Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
π Amaloota Sagantichaa (Overview)
β
Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
β
Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiruβYeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
β
Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
β
Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)βDubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
β
Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
π° Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
β’ Simisteera 1: Qarshii 1000
β’ Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
βοΈ Amma Galmaa'aa: galmaaβuuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa taβeef Warri galmeef qunnamtan βHi β osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 70π 6π 3π± 2π₯ 1
Photo unavailableShow in Telegram
ODUU AMMEE:
Obbo Taayyee Danda'aa hidhaa cimaa waggaa 7 fi ji'a 2'n akka adabaman murtaa'e
Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama akkasumas birrii 5,000 akka adabaman murteessera.
Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee kun Labsii Bulchiinsafi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) jalatti himatamanii dhimmisaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti murtiitti ilaallamaa turuunsaa ni yaadatama.
Himanni kun Obbo Taayyeen meeshaa waraanaa heeyyama hinqabne kilaashiin tokko, kaazinaa kilaashii lama fi rasaasa kilaashii 60 mana isaanitti argameera kan jedhudha.
Abukaatoo Obbo Taayyee kan ta'an Obbo Abarraa Nigus, "Ragaaleen ittisaa dhagahamuu qaban saditu turan. Isaan bifa sirrii hintaaneen osoo hin dhagahamin darbameera. Murtee manni murtii murteessu kabajnus komii qabna" jechuun himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
Photo unavailableShow in Telegram
Imbasiin Yuunaayitid Isteetis Hawaasaatti nami Vaayirasii Maarbargiin qabame argamuu mirkanaaβuu hordofee akeekkachiisa baase
Magaalaa Hawaasaatti nami dhibee Vaayirasii Maarbargiin dhufu qabamuun mirkanaaβuu hordofee, Finfinneetti kan argamu Imbasiin Yuunaayitid Isteetis hojjettoonni fi lammileen Ameerikaa garas akka hin imalle akeekkachiisee jira.
Akeekkachiisa dhimma fayyaa waliin wal qabatuun kaleessa baase kanaan imbasiin Ameeriaka Finfinnee jiru βof eeggannoof kan fudhatamedhaβ erga jedheen booda, maxxansi murtii of eegannoo kun kan duraan imala gara Naannoo Kibba Itoophiyaa ilaalchisuun bahetti isa dabalataa taβuus eereera.
Ministeerri Fayyaa vaayirasii kanaan nami qabame tokko Hawaasaa Magaalaa Guddoo Naannoo Sidaamaatti argamuu ibseeti ture. Dooktar Maqdas Dhaabaa, Ministirri Fayyaa Itoophiyaa nami kun magaalaa Jinkaa wayita gara Hawaasaatti deebiβe Vaayirasichi irratti argamuu mirkanaaβuu ibsanii turan.
Ammas namoota nama vaayirasii kanaan qabamuu mirkanaaβee ture waliin wal arganii turan adda baasuun kan itti fufee jiruu fi qophiin namoota dhibee kanaan qabaman bakka argamanitti dafanii yaaluu itti fufuullee ibsaniiru.
Of eeggannoo yeroo imalaa taasifamuunis Giddu Galli Qorannoowwan Dhibee Daddarboo Yuunaatid Isteetis (CDC) Itoophiyaatti dhibeen Vaayirasii Maarbargi argamuu hordofee akeekkachiisa sadarkaa jalqabaa kaaβuun imaltoonni of eeggannoo akka taasisan akeekee jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 189π 12π 7π€¬ 6π 4π 3
Photo unavailableShow in Telegram
π₯Online Course- @Abdii_Sabaa_University
π'Full-Stack' developer taβaa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
β’ Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
β’ Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
π» Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
β’ Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
β’ Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
β’ Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
π± Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
β’ Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
π»β’ Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
β’ Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
β’ Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
π€ AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
β’ Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
β’ Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
β’ Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
β’ 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
β’ Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
β’ Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
β’ Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
π Amaloota Sagantichaa (Overview)
β
Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
β
Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiruβYeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
β
Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
β
Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)βDubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
β
Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
π° Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
β’ Simisteera 1: Qarshii 1000
β’ Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
βοΈ Amma Galmaa'aa: galmaaβuuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa taβeef Warri galmeef qunnamtan βHi β osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 284π 24π₯ 9π 6π€― 6π 2π€ 1
ODUU MUUDAMAA:
Manni marichaa muudamawwan sadii raggaasise
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ministiroota Nageenyaa, Qonnaafi Raawwachiisaa Hojii Olaanaa 'EBC' qorachuun raggaasiseera.
Manni marichaa walgahii idilee 3ffaa bara hojii 5ffaa adeemsiseera.
Manni marichaa muudamawwan Ministira Nageenyaa Mahaammad Idiriis, Ministira Qonnaa Addisuu Araggaafi Raawwachiisaa Hojii Olaanaa 'EBC' Biiniyaam Eroon Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin muudaman raggaasiseera.
Muudamtoonni mana marichaa fuuldura dhaabachuu kakuu kan raawwatan yoo ta'u, miseensonni mana marichaa wayita isaan shuumaman boqonnaarraa waan turaniif muudamtoonni dursanii kan hojii jalqabuunsaanii ibsameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 208π 19π 14π 10π₯ 2π€― 2π 2
Photo unavailableShow in Telegram
Konfedereeshiniin Hojjetoota Itiyoophiyaa
Dhaabbileen damee dhuunfaa irra caalaan isaanii mirga hojjettoonni gurmaaβuu dhoorku jedha.
Pireezidaantiin Konfedereeshinii Hojjetoota Itiyoophiyaa obbo Kassahun Folon "Dhaabbileen damee dhuunfaa biyya keenya Itiyoophiyaa irra caalaan isaanii hojjettoonni mirga gurmaaβuu isaanii akka hin fayyadamne dhoorku"jedhan
Dhaabbatichi mirgaa fi faayidaa hojjettootaa eeguuf kan hundeeffame taβuu Pireezidaantichi hubachiisanii; damee dhuunfaa keessatti hubannoo dhabuun gufuu taβuu ibsaniiru.
Obbo Kassahun Akka jedhanitti; Haala amma jiruun hojjettoonni dhaabbilee dhuunfaa keessatti hojjetan yeroo komii dhiyeessan ykn gurmaaβuuf yaalan hojii isaanii irraa ariβamu akkasuma sadarkaa isaanii gadi buβu.
Rakkoo kana furuuf hojjetaa jirra, garuu hojjechiistonni gamtaa garee sadii uumuuf fedhii hin qaban jedhan Pireezidaantichi.
Haa ta'u malee haalli kun rakkoo dhaabbilee dhuunfaa mara keessatti mul'atu akka hin taane cimsanii dubbataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
β€ 139π 16π₯° 8π€― 5
Photo unavailableShow in Telegram
#Ads
Maallaqa Oonlaayinii hojjedhaa!
ASBEKS hojjechuu eegaluun Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu dandaβuun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin βWithdrawβ taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
β€ 172π 37π₯° 10π€― 8π 8π 3π± 1
