ABDII SABAA
Открыть в Telegram
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
Больше561 276
Подписчики
+724 часа
-2397 дней
-63030 день
Архив постов
#Ads
Pilaatfoormii amanamaafi namoonni hedduun irraa fayyadaman kana eegaluun yeroo keessan kara maallaqaatti jijjiiraa.
Eegaluuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 73👍 25😭 12🤩 2
Namoonni Miidiyaa hawaasummaarratti gochaa duudhaa, ummata Itiyoophiyaan ala ta'e raawwatan to'ataman.
Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee namoota miidiyaa hawaasummaa Tiiktookiidhaan gochaa duudhaa ummata Biyyattiin ala ta'e raawwatan to'achuun qorannoo irratti eegaluu beeksise.
Maqaa Tiiktookii Lil_jay jedhamuun kan ofwaamu Gooyigaar Koot Wuyiwaaliifi isa waliin gocha saalfachiisaa kana raawwataa kan turte, Haliilee Giboo Ayyaanaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti to'atamuu Poolisiin Finfinnee ibsa isaatiin beeksiseera.
Gama biraan maqaa tiiktookii isaa Pireezidaanti Maammee jedhuun kan of waamu Baahiruddiin Musammaa ergaa aadaa fi duudhaa biyyaa waliin hin deemne dabarsuu isaatiin Kutaa Magaalaa Booleetti to'atameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 205👍 118👏 24🔥 4🤗 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
🖥Online Course- @Abdii_Sabaa_University
🚀'Full-Stack' developer ta’aa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
• Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
• Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
💻 Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
• Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
• Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
• Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
📱 Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
• Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
💻• Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
• Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
• Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
🤖 AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
• Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
• Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
• Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
• 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
• Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
• Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
• Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
📋 Amaloota Sagantichaa (Overview)
✅ Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
✅ Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiru—Yeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
✅Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
✅ Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)—Dubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
✅ Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
💰 Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
• Simisteera 1: Qarshii 1000
• Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
✉️ Amma Galmaa'aa: galmaa’uuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa ta’eef Warri galmeef qunnamtan “Hi “ osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 238😢 17👍 10🔥 1
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa Adoonaayi Birhaanee G/Mikaa'el to'annoo jala oolchee qorannoo gaggeessaa jira.
Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Adoonaay Birhaanee G/Mikaa’el dhimma yakkaa shakkamtoonni shan uffata aadaa fi safuu gaarii ummata Itoophiyaa faallessu uffachuun to’annoo jala ooluu walqabatee kan to’atame ta’uu beeksise.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 582👍 185😭 69🙏 41💔 37🤩 29🫡 23😢 13🥰 12🤯 11🤗 10
Фото недоступноПоказать в Telegram
Ministeerri Fayyaa Naannoo Kibba Itoophiyaafi Naannoo Sidaamaatti talaallii yaalii vaayirasii Maarbargi ittisuufi oolu kennuu jalqabu beeksise.
Akka Ministeerichi ibsetti, talaalliin kana hojii irra olchuun dura qorannoo irratti gaggeeffameen nageenya qabaachuun isaa kan mirkanaa’eefi, waggaa tokkoon dura weerara walfakkaataa Maarbargi Ruwaandaatti mullateef yeroo sunitti hojii vaayirasichaa ittisuu irratti bu’aa abdachiisaa kan agarsiisee ta’uun hordofeeti.
Talaalliin kun dursa hojjettoota fayyaa saaxilamoo ta’aniifi namoota vaayirasichaan qabaman waliin kanneen qunnamtii qabaniif kan kennamu yoo ta’u, adeemsi kunis akkaataa qajeelfama Dhaabbata Fayyaa Addunyaafi Abbaa Taayitaa Sirna Nyaataafi Qoricha Itoophiyaatiin kan hojii irraa kan ooluu ta’uu ministeerichi beeksiseera.
Akka odeeffannoon hanga ammaatti waa'ee vaayirasichaa wal qabatan ibsutti qorannoon laabraatoorii namoota kuma1 fi 530 irratti kan gaggeeffame yoo ta'u, namoota 13 irratti vaayirasichi argameera. Namoota vaayirasichaan qabaman keessa namoonni saddeet sababa vaayirasii kanatiin lubbuun darbuun, namoonni 4 immo vaayirasicha irraa bayyanachuun himame jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 292👍 38👏 14🤯 7🕊 5🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 179👍 27🤬 19🆒 16🤯 11💔 8👏 6😱 2🔥 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Badhaasa “Tiiktook Awaard” dhiyeenya taasifame irratti namoota uffata safuufi duudhaa ummataa faalu uffatanii mullatan to’annaa jala oolchuu poolisiin beeksise
Koomishiniin Poolisii Federaalaa badhaasa dhiyeenya taasifame “Jii Paawor Tiiktook Kireetiiv Awaardi” jedhamu irratti aadaa duudhaafi safuu biyyattii bifa cabsuun namoota uffata qullaa isaanii mullisu uffatanii mullatanii fi foddaa televizyiniin mullatan to’atee qorannaa jalqabuu beeksise.
Poolisiin Federaalaa maxxansa fuula feesbuukii isaa irratti qoodeen, badhaasa dhiyeenya taasifame “Jii Paawor Tiiktook Kireetiiv Awaardi” kana irratti bifa aadaa duudhaa fi safuu hawaasa biyyattii cabsuun namoota uffannaa hin malle uffatan, kan qophicha maallaqaan deeggaranii fi kan qopheessan irratti qorannoo jalqabuu beeksisee jira.
Namootni to’annoo jala oolanii jiran kunis Wangeelaawiit Gabra Indiriyaas Barihee, Barakat Tsaggaayee Jifaar, Madqam Darajjee Mangistuu, Giruum Gazzaany Qacanee fi Yohaannis Mokonnon Hayilamaaram ta’uus ibseera.
Poolisiin dabaluun, aadaa duudhaafi isafuu hawaasichaa kan faalan barmaatni badaan baballachuun akka dhaloota biyyattii hin faalle shakkamtoota to’annaa jala oolan kana irratti tarkaanfii seeraa fudhachuu jabeessee akka itti fufu ibseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 425👏 127👍 80🤯 17😱 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Mohammad Saalaan maqaa fi seenaa gaarii gabbifate balleessaa jira - Wayinii Ruunii
Mohammad Saalaan leegaasii bareedaa Liiverpuul keessatti gabbifate balleessaa jira jedhe Wayinii Ruuniin.
Saalaan Sanbata darbe Liivarpuul ''kufaatii ammaa hunda anatti qabachaa jiru'' jechuudhaan baay'ee akka gadde hime.
Hariiroon leenjisaa kilabichaa Arnee Isloot waliin qabanis adda cituu himeera.
Wayinii Ruuniin amma Arnee Isloot aangoo isaa Mohammad Saalaatti agarsiisuu qaba jedhe.
''Waan ati dubbatte fudhatama waan hin qabneef garee keenya waliin tapha Shaampiyoonsi Liigii boruutiif hin imaltu'' jechuun keessaa baasuu qaba jedhe.
Garee tapha Shaampiyoonsi Liigii Kibxata buruu Intar Miilaan waliin qaban keessaa hanbisuu qaba jedhe.
Akkasumas tapha Biraayitaniin ala gochuu qaba jechuudhaan hime.
Kana malees ''mee Waancaa Afrikaaf deemiitii haalli jiru hundi haa tasgabbaa'u'' jechuu qaba jedhe Ruuniin.
Ruuniin Mohammad Saalaan ''balleessaa isaa kanaaf furmaata barbaaduun Arnee isloot waliin nagaa buusuu qaba yookaan kilabicha hatattamaan gadhiisuu qaba'' jedheera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 334😢 83😭 46💔 37👍 18🤩 13🥰 12🆒 11🤯 9💘 6🤗 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
“Diinota Itoophiyaa tokko tokkoon akka injiraan rifeensatti harcaafna” MM Abiy Ahmad Alii
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Naannoo Giddu - galeessa Itoophiyaa Magaalaa Hosaanaatti, guyyaa Saboota, sab-lammootaa fi ummatootaa 20ffaa sababeeffachuun haasaa taasisaniin “Diinota Itoophiyaa tokko tokkoon isaanii akka injiraanii rifeensatti ni harcaafna’’ jechuun dubbatan.
Muummichi Ministiraa itti dabaluunis “Faayidaa biyyaafi jecha hammeenya diinota addaan baasuu qabna” jechuunis dubbataniiru. “Gaafa diinni hawwii keenya dukkaneessuuf ka’u, Itoophiyanonni meeshaa diinaa ta’uu hin qabnu, tokko ta’uu osoo qabnuu, hawwii hamaa diina gidduu keenya galchinee seenaan akka nu hin gaafanee qalbii bitannee nagaa keenya cimsachuu qabna’’ jedhan.
Dabaluunis ilaafi ilaameetti amanuun, dirree hojii keenya hunda irratti ciminaan haa hojjannu, malaammaltummaa haa balleessinu, dantaa biyyaafi kabaja ummata keenyaaf dursa haa kenninu, ammayyummaafi jijjiiramaaf ha hojjannu jechuun gaafataniiru. Itoophiyaan biyya abdiin guutamtedha” jechuun kan itti fufan Abiy, gama hundaan mirga abbaa biyyummaa keenyahaa mirkaneessinu jedhanii jiran.
Biyyi guddina diinagdee fooyya’aa agarsiisaa jiraachuus dubbatanii “jalqabni gaarii kana Uumaan keenyaan kan deggarame ta’us, seexanni halkanii guyyaa gufachiisuf carraaqii garagaraa taasisaa jirti” jedhan. Akkasumas, “qormaanni, rakkinni, yaadni hamaan kamiyyuu Itoophiyaan akka hin badhaadhineef dhorkuu hin danda’u” jedhan.
Itti dabaluunis, Biyyi keenya “qormaata hunda gara carraatti jijjiiruun badhaadhina Itoophiyaa ni saffisiisna; tokkummaa Itoophiyaa ni cimsina, diina Itoophiyaa akka Injiraan rifeensatti tokko tokkoon ni harcafanaa” jedhan.
Dhumarrattis “Itoophiyaan obboloota keenya Afriikaafi mallattoo badhaadhina ni taati” kan jedhan Abiyi, waan hunda “akkuma nagaan jalqabne nagaan xumurra, nuti ijoolleen Koloneel Bazzaabbii hin qaanofnu, waan gootummaadhaan jalqabne gootummaadhaan xumurra ”jechuun erga isaanii xumuraniru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 352👍 56🤩 29😭 18🕊 12💯 12😨 12🤬 10🫡 7❤🔥 6🤝 5
Фото недоступноПоказать в Telegram
🖥Online Course- @Abdii_Sabaa_University
🚀'Full-Stack' developer ta’aa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
• Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
• Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
💻 Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
• Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
• Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
• Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
📱 Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
• Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
💻• Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
• Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
• Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
🤖 AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
• Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
• Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
• Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
• 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
• Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
• Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
• Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
📋 Amaloota Sagantichaa (Overview)
✅ Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
✅ Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiru—Yeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
✅Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
✅ Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)—Dubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
✅ Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
💰 Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
• Simisteera 1: Qarshii 1000
• Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
✉️ Amma Galmaa'aa: galmaa’uuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa ta’eef Warri galmeef qunnamtan “Hi “ osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 117👍 5🔥 3🤯 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Mootummaan Beeniin loltoota fonqolcha mootummaa gaggeessuuf turan to’achuu ibse
Loltoonni biyyattii Pirezidaantii Beenin Paatriis Taaloon taayitaarraa fonqolchineerra jechaan Televizyinii biyyaattiin labsuun booda, mootummaan Beeniin yaala fonqolchaa kana hambisuu ibse.
Maddeewwan Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Nageenyaa Motummaa Beeniin akka ibsanitti, yaalii fonqolcha mootummaa Beeniin Sambata kaleessaa taasifame hordofee loltoonni hedduun to’annoo jala oolfamuu ibsaniiru.
Pireezidaaanti Taalon Eebla dhufu kana taayitaa biyyattii dabarsanii kennuuf wayita qophaa’aa jirannitti yaaliin fonqolcha mootummaa kun gaggeeffame. Turtii waggaa kudhanii Beeniin gaggeessan keessatti diinagdee biyyattii fooyya’us, garuu rakkoon nageenyaa kan hammaatee ture jedahmeera.
Dilbata kaleessaas Lotoonni Waraanaa Beeniin walgahuun Koree Waraanaa Lafaahundeeffamaa jedhaman wal gahuun televezyinii biyyattiin Pireezidaanti Taaloon akka taayitaarraa kaafaman murteessineerraa jechuun ibsa kennanii turan.
Wayituma kana miidiyaan AFP, “waan kana kan raawwatan humnoota muraasa televizyinii biyyattii to’atan” jechuun aangawoota Pireezidaanti Taalon tti siqanirraa odeeffachuun gabaaseera.
Humni Waraanaa biyyattii amma lafaa to’ataa jira, Magaalaa Guddoon biyyattii amma nageenya amansiisaa keessa jirti jedheera.
Alaasaan Seeyiduu, Ministeerri Dhimma Keessoo Beeniin hojii Humnoota Waraanaa kana abaaranii jiran. Seeyiduun “taateen kun biyyattii tasgabbii dhowwuuf kan taasifames” jedhan.
Dabalaniis kana hordofuun Humni Waraanaa Beeniin fi gaggeessitoonni biyyattii haala jiru to’annoo jala oolchuun, yaala fonqolcha mootummaa kana fashaleessaniiru” jedhanii jiran.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 179😁 21👍 9💔 4👏 2🤯 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🖥Online Course- @Abdii_Sabaa_University
🚀'Full-Stack' developer ta’aa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
• Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
• Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
💻 Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
• Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
• Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
• Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
📱 Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
• Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
💻• Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
• Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
• Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
🤖 AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
• Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
• Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
• Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
• 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
• Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
• Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
• Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
📋 Amaloota Sagantichaa (Overview)
✅ Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
✅ Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiru—Yeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
✅Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
✅ Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)—Dubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
✅ Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
💰 Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
• Simisteera 1: Qarshii 1000
• Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
✉️ Amma Galmaa'aa: galmaa’uuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa ta’eef Warri galmeef qunnamtan “Hi “ osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 161👍 11😁 9🤯 4🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Torbee dhufu talaalliin Vaayirasii Maarbarg Itoophiyaatti ni eegala jedhame.
Itoophiyaan yaalii talaallii vaayirasii Maarbargi oolu Mudde 8 akka eegaltu himame. Qorichaa talaallii Vaayirasii kanaafi ooluu doozii 2,500 bifa deeggarsaatiin mootummaa Ameerikaa irraa argachu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteetis Eerviin Massinga talaallii kana Tajaajila Dhiyeessii Qorichaa Itoophiyaafi dabarsan kenanniru.
Ministirri Fayyaa Itoophiyaa Dooktar Maqdas Dhaaba, yaaliin talaallii ariifachiisaa Kuni Marsaa 2ffaa Inistiitiyuutiin Qorannoo Armaawuer Haansen durfamu hordofuun kan kennamu yoo ta’u, Abbaa Taayitaa Qorichaa fi Sirna Nyaataa Itoophiyaa waliin ta’uun hordoffiifi to’annoo ni taasifasa jedhan.
Doktar Maqadas tti dabaluudhaan, yeroo jalqabaaf talalliin kuni ogeessonni fayyaa sadarkaa duraafi hawaasni Vaayirasiichaan saaxilamoo ta'aniifi dursi ni kennama jedhaniru.
Gama biraatiin Biiroon Eegumsa Fayyaa Naannoo Kibbaa Itoophiyaa naannolee weerarri vaayirasichaan miidhaman keessatti manaa manaatti tajaajila barbaachsia kennaa jiraachuu ibsuun qindoomina mootummaafi hawaasaa waliin taasifameen vaayirasicha hirdhisuun milkaa'inni mullachaa akka jiruus eerera.
Akkasumas, qondaaltonni hojiin dhiyeessii tajaajila barbaachisoo ta’an erga mirkaneessanii booda, torban dhufu barnoonni kutaa 5ffaa ol gara barnootaatti akka deebi'anis beeksiseera. Dabalees Sochii of eeggannoo cimsuufi hubannoo hawaasaa weerara vaayrasii cimsuuf sadarkaa Gandaafi Aanaatii duula hubannoo uumuu cimsuun barbaachisaa ta’uu qondaaltonni cimsanii dubbataniiru.
Akkasumas Geejjibni naannichaa haala of eeggannoo qabuun eeyyamamee jira, haa ta’u malee biiroon tarkaanfiiwwan sirreeffamaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’achuun miidhaa sosochii eeyyama osoo hin qabneen garas dhufu tarkaanfii akka fudhatamu akeekkachiiseera.
Xummura irratti biirichi haati tokko vaayirasii Maarbargiin wal'aansa argachaa turte tokko guutummaatti erga fayyitee booda Mudde 5 hospitaala bahu ishee gabaaseera. Kananis haatii kuni gammadduun ''Waaqa gaditti ogeeyyii fayyaa qarqara du'aa irraa na baraaraniif nan galateeffadha'' akka jettes dabale himeera
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 324👍 23🔥 17🕊 17🥰 5👏 4🤯 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🖥Online Course- @Abdii_Sabaa_University
🚀'Full-Stack' developer ta’aa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
• Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
• Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
💻 Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
• Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
• Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
• Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
📱 Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
• Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
💻• Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
• Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
• Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
🤖 AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
• Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
• Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
• Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
• 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
• Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
• Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
• Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
📋 Amaloota Sagantichaa (Overview)
✅ Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
✅ Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiru—Yeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
✅Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
✅ Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)—Dubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
✅ Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
💰 Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
• Simisteera 1: Qarshii 1000
• Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
✉️ Amma Galmaa'aa: galmaa’uuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa ta’eef Warri galmeef qunnamtan “Hi “ osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 70👍 6🕊 3😱 2🔥 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
ODUU AMMEE:
Obbo Taayyee Danda'aa hidhaa cimaa waggaa 7 fi ji'a 2'n akka adabaman murtaa'e
Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama akkasumas birrii 5,000 akka adabaman murteessera.
Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee kun Labsii Bulchiinsafi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) jalatti himatamanii dhimmisaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti murtiitti ilaallamaa turuunsaa ni yaadatama.
Himanni kun Obbo Taayyeen meeshaa waraanaa heeyyama hinqabne kilaashiin tokko, kaazinaa kilaashii lama fi rasaasa kilaashii 60 mana isaanitti argameera kan jedhudha.
Abukaatoo Obbo Taayyee kan ta'an Obbo Abarraa Nigus, "Ragaaleen ittisaa dhagahamuu qaban saditu turan. Isaan bifa sirrii hintaaneen osoo hin dhagahamin darbameera. Murtee manni murtii murteessu kabajnus komii qabna" jechuun himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Фото недоступноПоказать в Telegram
Imbasiin Yuunaayitid Isteetis Hawaasaatti nami Vaayirasii Maarbargiin qabame argamuu mirkanaa’uu hordofee akeekkachiisa baase
Magaalaa Hawaasaatti nami dhibee Vaayirasii Maarbargiin dhufu qabamuun mirkanaa’uu hordofee, Finfinneetti kan argamu Imbasiin Yuunaayitid Isteetis hojjettoonni fi lammileen Ameerikaa garas akka hin imalle akeekkachiisee jira.
Akeekkachiisa dhimma fayyaa waliin wal qabatuun kaleessa baase kanaan imbasiin Ameeriaka Finfinnee jiru “of eeggannoof kan fudhatamedha” erga jedheen booda, maxxansi murtii of eegannoo kun kan duraan imala gara Naannoo Kibba Itoophiyaa ilaalchisuun bahetti isa dabalataa ta’uus eereera.
Ministeerri Fayyaa vaayirasii kanaan nami qabame tokko Hawaasaa Magaalaa Guddoo Naannoo Sidaamaatti argamuu ibseeti ture. Dooktar Maqdas Dhaabaa, Ministirri Fayyaa Itoophiyaa nami kun magaalaa Jinkaa wayita gara Hawaasaatti deebi’e Vaayirasichi irratti argamuu mirkanaa’uu ibsanii turan.
Ammas namoota nama vaayirasii kanaan qabamuu mirkanaa’ee ture waliin wal arganii turan adda baasuun kan itti fufee jiruu fi qophiin namoota dhibee kanaan qabaman bakka argamanitti dafanii yaaluu itti fufuullee ibsaniiru.
Of eeggannoo yeroo imalaa taasifamuunis Giddu Galli Qorannoowwan Dhibee Daddarboo Yuunaatid Isteetis (CDC) Itoophiyaatti dhibeen Vaayirasii Maarbargi argamuu hordofee akeekkachiisa sadarkaa jalqabaa kaa’uun imaltoonni of eeggannoo akka taasisan akeekee jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 189😭 12👍 7🤬 6👏 4🙏 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
🖥Online Course- @Abdii_Sabaa_University
🚀'Full-Stack' developer ta’aa!
Fedhii Weebsaayitii mataa keessanii akkasumas Appilikeeshinoota garaa garaa hojjechuu qabaattanii carraafi yeroo kan dhabdan akkasumas Youtube ilaaluu qofaan barachuu yaaltanii garuu hojii keessan gabaa addunyaaf dhiheessuufi qacaramtanii dalaguuf ofitti amanamummaa kan dhabdan,
Tiwoorii qofa barachuu dhiisaa! Koorsii Piroograamiingii Yuunivarsiitii Abdii Sabaa keessatti galmaa'uun ogeessa gabaan barbaadu ta'aa. Mul'ata keessan gara qabatamaatti jijjiiraa!
Koorsiin Kun Eenyuufi? (Fedhii Keessan Guutuuf)
• Namoota Hojii Barbaadan: Namoota dandeettii gabaan barbaaduu fi 'portfolio' cimaa qabaatanii addunyaa AI kanaan durfamu keessatti hojii kaffaltii olaanaa argachuu barbaadaniif.
• Kalaqtoota Mul'ata Qaban: Dizaayinaroota, Hoji uumtota (entrepreneurs), barattootaa fi aartistoota namoota birootti hojii kennuu (outsourcing) dhiisanii, aappiiwwan (apps) fi weebsaayitii mataa isaanii akkuma yaadanitti ijaarrachuu barbaadaniif.
Maal Barattu?
💻 Misooma Weebsaayitii Guutuu (Full-Stack Web Development)
• Weebsaayitii ammayyaa fi meeshaa kamirrayyuu hojjetu (responsive) jalqaba irraa kaasuun ijaaruu.
• Fireemworkiiwwan (Frameworks) ciccimoo gadi fageenyaan barachuu.
• Caaseffama pirojektii,
'deployment' fi adeemsa hojii (workflow) ogummaa sadarkaa olaanaa barachuu.
📱 Misooma Appii Moobaayilaa (Mobile App Development)
• Appiiwwan moobaayilaa dhugaa (production-ready) kan Android fi iOS irra hojjetan, Swift, Android Studio, React Native, fi Flutter fayyadamuun ijaaruu.
💻• Node.js Backend: Express.js, REST APIs, Authentication, fi Nageenyummaa (Security).
• Python Backend: FastAPI fi Django (filannoodhaan) appilikeeshiniiwwan daataa irratti hundaa'aniif.
• Cloud-Integrated Backend (BaaS): kanneen akka Firebase fi Appwrite fayyadamuun authentication, kuusaa daataa (database), fi hosting barachuun yeroo qusachuu fi hojii salphisuu)
🤖 AI Misoomsitootaaf (AI for Developers)
• Meeshaalee AI fayyadamuun koodii saffisaan barreessuu, dogoggora sirreessuu (debugging), fi hojii of-saffisiisuun "High-efficiency developer" ta'uu.
• Amaloota AI (AI features) appilikeeshinii mataa keessanii keessatti galchuu barachuu.
Bu'aa Isin Argattan (The Result)
• Dandeettii 'Full-stack' guutuu (front-end, backend, deployment).
• 'Portfolio' cimaa pirojektoota dhugaa kan hojii irra oolan of keessaa qabu.
• Dandeettii appii moobaayilaa gabaaf qophaa'e hojjechuu.
• Dandeettii misoomaa kan AI'n deeggarame (kan yeroo ammaa gabaa hojii keessatti barbaachisaa ta'e).
• Yaada kalaqaa kamiyyuu of-itti-amanamummaan gara oomisha dijitaalaatti jijjiiruu danda'uu.
📋 Amaloota Sagantichaa (Overview)
✅ Haala Kenniinsa: 100% Onlaayinii (Toora Interneetiin).
✅ Dhaqqabummaa: Viidiyoowwan hundi fe'amaniiru—Yeroo barbaaddanitti, bakka barbaaddanitti ilaaluu dandeessu.
✅Wal-qunnamtii: Sagantaa Kallattii (Live Classes) barsiisaa waliin qabame ni qabaata.
✅ Adeemsa: Hojii Qabatamaa (Practical)—Dubbisuu qofa osoo hin taane, ijaaruu irratti xiyyeeffata.
✅ Ga'umsa Barsiisaa: Barsiisaa muuxannoo waggootaa dheeraa qabuun kan kennamu.
💰 Gatii:
Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra:
• Simisteera 1: Qarshii 1000
• Waggaa 1 (Filannoo hunda caalu): Qarshii 1850
✉️ Amma Galmaa'aa: galmaa’uuf @jonamiyet dubbisaa. Nama hedduu keessummeessina sababa ta’eef Warri galmeef qunnamtan “Hi “ osoo hin jedhin kallattiin gara dhimmaatti seenaa.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 284👍 24🔥 9😁 6🤯 6👏 2🤝 1
ODUU MUUDAMAA:
Manni marichaa muudamawwan sadii raggaasise
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ministiroota Nageenyaa, Qonnaafi Raawwachiisaa Hojii Olaanaa 'EBC' qorachuun raggaasiseera.
Manni marichaa walgahii idilee 3ffaa bara hojii 5ffaa adeemsiseera.
Manni marichaa muudamawwan Ministira Nageenyaa Mahaammad Idiriis, Ministira Qonnaa Addisuu Araggaafi Raawwachiisaa Hojii Olaanaa 'EBC' Biiniyaam Eroon Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin muudaman raggaasiseera.
Muudamtoonni mana marichaa fuuldura dhaabachuu kakuu kan raawwatan yoo ta'u, miseensonni mana marichaa wayita isaan shuumaman boqonnaarraa waan turaniif muudamtoonni dursanii kan hojii jalqabuunsaanii ibsameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 208👏 19👍 14😁 10🔥 2🤯 2😍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Konfedereeshiniin Hojjetoota Itiyoophiyaa
Dhaabbileen damee dhuunfaa irra caalaan isaanii mirga hojjettoonni gurmaa’uu dhoorku jedha.
Pireezidaantiin Konfedereeshinii Hojjetoota Itiyoophiyaa obbo Kassahun Folon "Dhaabbileen damee dhuunfaa biyya keenya Itiyoophiyaa irra caalaan isaanii hojjettoonni mirga gurmaa’uu isaanii akka hin fayyadamne dhoorku"jedhan
Dhaabbatichi mirgaa fi faayidaa hojjettootaa eeguuf kan hundeeffame ta’uu Pireezidaantichi hubachiisanii; damee dhuunfaa keessatti hubannoo dhabuun gufuu ta’uu ibsaniiru.
Obbo Kassahun Akka jedhanitti; Haala amma jiruun hojjettoonni dhaabbilee dhuunfaa keessatti hojjetan yeroo komii dhiyeessan ykn gurmaa’uuf yaalan hojii isaanii irraa ari’amu akkasuma sadarkaa isaanii gadi bu’u.
Rakkoo kana furuuf hojjetaa jirra, garuu hojjechiistonni gamtaa garee sadii uumuuf fedhii hin qaban jedhan Pireezidaantichi.
Haa ta'u malee haalli kun rakkoo dhaabbilee dhuunfaa mara keessatti mul'atu akka hin taane cimsanii dubbataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 139👍 16🥰 8🤯 5
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Ads
Maallaqa Oonlaayinii hojjedhaa!
ASBEKS hojjechuu eegaluun Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 172👍 37🥰 10🤯 8💔 8👏 3😱 1
