ABDII SABAA
رفتن به کانال در Telegram
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
نمایش بیشتر561 276
مشترکین
+724 ساعت
-2397 روز
-63030 روز
آرشیو پست ها
Photo unavailableShow in Telegram
Yohaannis Daani’eel dabalatee Tiiktookeroonni himatamanii mana amala sirreessaa turan akka bahan ajajni kenname.
Tiiktookeroonni Nageenya Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa sodaarra buusuuf socho’an jedhamuun galmee Yohaannis Daani’eel jalatti namoonni dhuunfaan yakkaan himataman mana amala sirreessaa akka bahan ajajni kenname.
Abbaan Alangaa Dhimmoota Gurmuu fi Daangaa Ce’oo Ministeera Haqaa Yohaannis Daani’eel, Amaanu’eel Mawucaa, Naatinaa’eel Wandawasan, Eeliyaas Dirribaa fi Yidiidiyaa Natsaannat Hagayya 16, 2016 Xiyyaara Magaalaa Finfinnee gara Maqalee imaluuf ture sababa haala qilleensaan balallii haquu hordofee jeequmsa kaasuun nageenya isaa sodaarra buusuuf socho’aa turan jechuun himatee ture.
Himatamtoonni kunneen yakka himatamaniin balleessaa raawwataniiru jedhamanis manni murtichaa har’a yaadoota adabbii xiqqeessaanii fi jabeessan abbaan alaangaa fi himatamtoonni dhiyeessan qorateera.
Akkaataa qorannoon yakkichi adabbii salphaa kan isaan adabsiisu ta’uu isaan 1ffaa, Yohaannis Daani’eel waggaa 1 fi baatii 4, himatamtoonni 2ffaa, 3ffaa fi 6ffaan ammoo baatii 8 fi himatamaa 4ffaan baatii 10 akka adabaman murteesseera.
Haa ta’uutii himatamtoonni turtiin mana amala sirreessaa keessa turan herreegamuun adabbiin isaanii waan xumurameef mana amala sirreessaa akka bahan Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddachi Yakka Cimaa addaa har’a oolmaa isaan murteesseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 365😁 60👍 29👏 19🥰 16💔 8🤯 1
Photo unavailableShow in Telegram
“Dhalattootni Somaaliyaa biyya Ameerikaa keessa akka jiraatan hin fedhu biyya isaaniitti Akka deebi’aniin barbaada" Tiraamp
Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetis kibxata kaleessaa godaantota Somaaliyaa Yuunaayitid Isteetis keessa jiran akka hin barbaanne ibsuun “dhalattoonni biyya baha Afrikaa waraanaan miidhamte kanaa garmalee tajaajila hawaasummaa US irratti hirkatanii waan jiraniif Ameerikaaf bu’aan isaan kennaa jiran waan xiqqaadha” jechuun qeeqan.
Tiraampi hawaasa godaantotaa hundaaf tuffiidhaan ibsuun isaanii fakkeenya yeroo dhiyootti diyaaspooraa Somaalee Ameerikaa keessa jiran irratti akeekkachiisanii qeequu isaaniiti.
Dhalattoonni Somaaliyaa bara 1990’mmoota irraa eegalee haala baqattoottummaan gara Minesootaa fi kutaalee Yuunaayitid Isteetis biroo dhufaa turan.
Pireezidaanti Tiraampi yaada isaanii keessatti Somaalota lammummaa US qabanii fi hin qabne adda hin baasne.
Yaadni Tiraampi erga bulchiinsi isaanii murtee himata koolu galtummaa irratti kennu dhaabuu isaa murteessuu hordofeeti. Bulchiinsi isaanii murtee kana kan dabarse guyyoota muraasa dura shakkamaan dhalooteen Afgaanistaanirraa ta’e loltoota Eegdota Biyyaalessaa lama Waashingitanitti rasaasaan rukutuu hordofeeti.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 146😁 50💔 7👏 5👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Ads
Maallaqa Oonlaayinii hojjedhaa!
ASBEKS hojjechuu eegaluun Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 116👍 21😁 2
Photo unavailableShow in Telegram
Obbo Taayyee Danda'aa himatawwan haaraa dhiyeenya irratti banaman sadeen morman
Mirgi himatamuu dhabuusaanii osoo irraa hin ka'in himatamuu hin danda'an" jedhan abukaatoo Obbo Taayyee Danda'aa.
Deetaan Ministeera duraaniifi miseensi Caffee oromiyaa Obbo Taayyee Danda'aa, mirgi himatamuu dhabuusaanii Caffeedhaan osoo irraa hin ka'in himatawwan haaraan sadi irratti banamuun sirrii miti jechuun morman.
Aangorraa erga kaafamanii booda hidhamuun himatawwan garagaraa irratti banamee kan ture Obbo Taayyeen, himatawwan sadi torbee tokko dura irratti banaman ilaalchisee mormii himataa dhiyeeffachuusaanii abukaatoonsaanii himaniiru.
Dhimmi Obbo Taayyee, Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti ilaalamaa kan jiru yemmuu ta'u, dhaddacha har'aatiinis dhimma mirga wabii ilaalchisee Obbo Taayyee/abukaatoosaaniifi Abbaa Alangaa gidduutti falmiin taasifameera.
Himatawwan haaraa Obbo Taayyeerratti saaqaman sadeen ilaalchisees yaadawwan mormii himataa 4 dhiyeeffachuusaanii abukaatoonsaanii Obbo Abarraa Nigus himaniiru.
Mormiiwwan himataa dhiyeessan keessaa inni tokkos mirga himatamuu dhabuu maamilasaaniin kan walqabatu akka ta'e dubbatan.
"Mormiin himataa dhiyeessine 'Obbo Taayyeen miseensa Caffee Oromiyaati. Heera federaalaanis ta'e Oromiyaatiin miseensa Caffee yookiin miseensa mana maree tokkorratti himata dhiyeessuuf yookiin shakkiidhaan to'achuuf mirgi himatamuu dhabuu ka'uu qaba" jedhan.
Haaluma kaanan Obbo Taayyeen bara 2016 keessa wayita himanni irratti banamutti mirgi himatamuu dhabuusaanii Caffeedhaan irraa kaafamee akka ture himan.
Maddi:BBC
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 194👍 17😁 4👏 3
Photo unavailableShow in Telegram
Pireezidaantiin Afrikaan Kibbaa Ameerikaaf deebii kenne.
Pireezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan akeekkachiisa, Pireezidaanti Tiraamp Afrikaa Kibbaa walgahii G20 bara dhufu gaggeeffamu irratti hin affeeramne jechuun kennan kuffisaniiru.
''lammiilee adii Afrikaa Kibbaa salphisaa jira'' jechuun Tiraamp walgahii G20 torbanoota darbe Johaannesbarg keessatti gaggeeffame hirmaachuu dhisaniiru.
Afrikaan Kibbaa walgahii G20 bara dhufu bakka riizoortii Tiraamp US keessatti gaggeeffamutti akka hin affeeramne akeekkachiifteetti.
Raamaafoosaan deebii kennaniin "Afrikaan Kibbaa miseensa hundeessaa fi ijaarsaa G20 ta'ee itti fufti" jedhan.
Akkasumas himannaa Tiraamp ''Afrikaan Kibbaa lammiilee ishee adii irratti duguuggaa sanyii raawwachaa jirti'' fi ''lafa lammiilee adii irraa fudhachaa jirti'' jechuun ''odeeffannoo sobaa'' jechuun kuffiseera.
Ramaafoosaan waldhabdeen dippilomaasii jiraatus, daldaltoonni Ameerikaa fi dhaabbileen hawaasa siivikii taateewwan G20 waliin walqabatan Johaannesbarg keessatti raawwataman irratti dammaqinaan hirmaachuu isaanii hubachiisaniiru.
Raamaafoosaan itti dabaluudhaan “walitti dhufeenna ijaarsaa sana xiqqeessinee hin ilaallu;bu’uura G20 keessatti hojjechuu itti fufna,” jechuun Piriitooriyaa marii kana itti fufuuf fedhii akka qabdu ibsaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 248😁 15👏 12👍 9🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
ODUU MUUDAMAA:
Ambaasaaddar Betiree Mangistuu Ministir Deetaa Waajjira Addaa Ministeera Muummee ta’uun muudaman .
MM Dr Abiy Ahimad Ambaasaaddar Betiree Mangistuu Sadaasa 23, 2018 irraa eegalee Ministir Deetaa Waajjira Addaa Ministeera Muummee gochuun muudan.
Waajjira Ministeera Muummee wabeeffanne.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 337👍 81😁 40😢 23🔥 6
Photo unavailableShow in Telegram
#Ads
Maallaqa Oonlaayinii hojjedhaa!
ASBEKS hojjechuu eegaluun Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 214😁 40👍 25💯 6🔥 4😱 1🤬 1
Photo unavailableShow in Telegram
@Abdii_Sabaa_University barsiisaa miixannoo waggaa 15olii qabuun Programming/Coding online barsiisuu eegalee jira.
@Abdii_Sabaa_University hordofuun galmaa’aa, barumsaafi odeeffannoo barnootaa gamasiin kennamu hordofaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 213👍 20🤯 10🥰 5👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sababa vaayirasii Marbargi too’achuuf Tajaajila geejjibaarratti dhorki kaa'ame.
Guyyaa har’a irraa eegalee torban tokkoof geejjibni naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Arii akka hin seennefi achii akka hin baane dhorkamuun ibsame
Kunis Vaayirasiin Marbargi akka hin babal’anne too’achuuf har’a irraa eegalee torban tokkoof geejjibni Godina Arii naannoo Kibba Itoophiyaa irraa akka hin baanefi naannolee biroo irraa Godinicha akka hin seennee dhorkamuun Waajjirri Komunikeeshinii Godina Arii ibse.
Waajjirichi ibsa baasen, weerarri vaayirasichaa hammaachaa dhufuu hordofee akka hin babal’anne too’achuuf hojjatamaa jiraachuu ibse.
Hojiilee kanaanis manneen barnootaa cufamanii jiraachuu ibsuun, dabalataan sosochii geejjibaa torban tokkoof daangessuun barbaachisaa ta’uu Bulchiinsi Geejjibaafi Misooma Daandii Godina Arii Obbo Gizawu Hayilee ibsan jedhame.
Geejjibni Godinicha akka hin seennefi achii akka hin baane gochuun cinatti, sosochiin godina kana keessatti taasisan maal ta’uu akka qabu guyyoota “muraasa” keessatti murtoon akka kennamu eeran.
Vaayirasiin Marbargi Kibba Itoophiyaa magaalaa Jiinkaatti muudate haga yoonaa namoota 12 faalun, saddeet galaafachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Gama biraan, ibsa Giloobaal Vaayiras Neetworki baasen, Itoophiyaan saffisa ittiin vaayirasichaa qorattu, adda baaftufi namoota vaayirasicha waliin tuttuqqii qabaachuu malan hordoftu fooyyessuu qabdi jedhe. Dabaluunis, laaboraatoorii ishee guddifachuu qabdi jedhan.
Talaalliwan kaadhimaman akka hin mirkanoofnefi yaalirra jiraachuu akeekkachiisun,qoricha yaalames bu’aa qabeessumaa isaa ragaan agarsiisu daanga’aa ta’uu himan.
Kana malees, Itoophiyaan vaayirasichi eessaa akka madde bira ga’uu akka qabdu himan. Kana gochuufis, simbirroota halkanii naannicha jiran qorachuun vaayirasichi yoo biyyoota ollaatii seenes adda baasuu akka qaban hubachiisan. Koompitara fayyadamuun vaayirasichi garammitti babal’achuuf carraa bal’aa akka qabu tilmaamuu akka qabanis gorse.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 342👍 30😭 15🤯 11👏 8👌 8😁 5💔 4
Photo unavailableShow in Telegram
Miidiyaan @Abdii_Sabaa , @Abdii_Sabaa_University waliin ta’uun barsiisaa programming/coding akka isin yeroo muraasa gidduutti App mataa keessanii akkasuma ogummaa website mataa keessanii ofii keessan irra darbee nama biraaf akkasumas dhaabbata garaa garaaf hojjechuu akka isin dandeessan isin taassisu isiniif qopheesseera.
Barsiisaan keessan kun muuxannoo waggaa 15 oli nama qabudha.
Namoonni barachuu barbaaddan kaffaltiin ji’aa ykn waggaa tokkoo altokko kaffalamu meeqa akka ta’u akka murteessitaniif carraan isiniif kennamee jira.
Bakka yaadaatti yaada keessan ibsaa
Yaada keessan giddu gala taassisuun yeroo gabaabaa gidduutti barumsi kan eegalu ta’a.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 194👍 15🔥 9🥰 6🤯 1
Photo unavailableShow in Telegram
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 67👍 20
Photo unavailableShow in Telegram
#Ads
Maallaqa Oonlaayinii hojjedhaa!
ASBEKS hojjechuu eegaluun Doolaara 300 injifadhaa.
Guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 171👍 20🫡 17🤩 13😁 7😭 7🥰 2👏 1
BRICS sirna kaffaltii haaraa eegale!
Gabaan faayinaansii addunyaa jijjiirama guddaa keessa jira.
Seenaa diinagdee gurguddoo bara 2025 miidiyaaleen xiyyeeffannoo guddaa itti hin kennine keessaa tokko sirna kaffaltii haaraa BRICSn jalqabuu isaati.
Gamtaan BRICS sirna kaffaltii haaraa biyyoonni addunyaa 185 maallaqa Chaayinaa Reenminbii (RMB)n daldala akka gaggeessan taasisu milkaa’inaan eegaluu isaa beesiseera.
Sirni kun biyyoota guddachaa jiran Afrikaa, Ameerikaa Kibbaa fi Eeshiyaa filannoo haaraa fi dhiibbaa siyaasaa itti dhaga’amu jalaa miliquu akka danda’u ni taasisa jedhameera.
Reenminbiin Chaayinaa amma faayinaansii daldala addunyaa keessatti doolaara Ameerikaatti aanee sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu yoo ta’u, waggoota sadan darban keessatti qoodni isaa gara dhibbeentaa 7.6tti guddateera.
Waggoota shanan darban keessatti liqiin baankonni Chaayinaa biyya alaa Reenminbii keessatti argatan dachaa afuriin dabaleera.
Fakkeennaaf, Indooneezhiyaan yeroo jalqabaaf boondii Yuuwaan yeroo gurgurtu invastarootaaf fedhii boondii kanaaf kan ibsan yoo ta’u, kunis kan eegame caalaa dachaa sadii caala.
Biyyoonni guddachaa jiran hedduun liqaa isaanii doolaara Ameerikaa irraa gara renminbii Chaayinaatti jijjiiraa akka jiran himamaa jira.
Bloomberg akka tilmaametti bara 2050tti Gareen biyyoota torbaa GDP addunyaa keessaa %18 qofa kan qabatu yoo ta’u, biyyoonni BRICS ammoo %50 akka qabaatan ibseera.
Kunis humni dinagdee addunyaa gara bahaa fi kibbaatti jijjiiramaa akka jiru ragaa ta’ee ilaalama.
Chaayinaan biyyoota Afrikaa 53 waliin waliigaltee daldalaa taarifa zeeroo mallatteessitee fi Waldaan Biyyoota Kibba Baha Eeshiyaa (ASEAN) Chaayinaa waliin waliigaltee daldalaa cimsuu isii Chaayinaan addunyaa baay’ee keessatti michuu daldalaa fi faayinaansii ijoo ta’aa akka jirtu mallattoo ta’ee ilaalama.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 279👍 44🔥 13❤🔥 8💔 7🥰 3👏 3🙏 1💯 1
Photo unavailableShow in Telegram
Bidiruu 'Xaanaanash 2' tajaajila geejjiba uummataa idilee jalqabde.
Bidiruu 'Xaanaanash 2' imaltoota jalqabaa Baahir Daar irraa gara Delgii fi Deeq geessuun tajaajila geejjiba uummataa kennuu eegaltee jirti.
Muummichi ministeeraa Abiy Ahmad (PhD) Bidiruu Xaanaanesh 2ffaa Gorgoraatti hojii eegalchiisuun isaanii ni yaadatama.
Dandeettii imaltoota 188 kan qabdu Xaanaanesh 2ffaan, daawwannaa naannoo uumamaa bareedaa Haroo Taanaa fi imala gara Gorgoraa ‘Eco Lodge’ caalaatti mijataa taasiseera.
Yeroo ammaa immoo Markabni Xaanaanesh 2ffaan tajaajila imaltoota jalqabaa Baahir Daar irraa gara Delgii fi Deeq geessuun tajaajila geejjibaa uummataa kennuu eegalteetti.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 152👏 17😁 15👍 12🙏 6🔥 4
Photo unavailableShow in Telegram
#Update
Beeksisa armaan olitti baasne irratti gaaffiin namoota hedduu sadarkaa barnootaa kam akka galmeessaa jirrudha.
Barnooti dhaabbata keeuaan kennamu Sadarkaa Yuunivarsitii eegalee haga sadarkaa 1ffaatti yommuu ta’u, gosa barnoota Fayyaa Anatomy, physiology, Biochemistry fi pathology akkasumas, barnoota kilinikaalaallee kan qabatunta’uu isin beeksisna.
Kana qofa osoo hin taane barnoota dandeettii ogummaa addaa kanneen akka Giraagi Diizaayinii, Viidiyoo ediitiingii fi kkf n galmaa’uunillee ni danda’ama.
Kanneen galmeef dabartan haga isin qunnamnutti obsaan nu eegaa. Warrooti isiniif hin deebisne gaaffiiwwan beeksisa tokkoffaa irratti baasne mara deebisu keessan mirkaneeffachuun irra deebiin @AbdiiSabaaDm irratti nu qunnamaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 270👍 40🥰 13🫡 10😍 5🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Update
Online barsiisuu namooti barbaaddan galmaa’uu ni dandeessu.
Namooti dandeetti online barsiisuu qabdan gosa barnootaa barbaachisaafi barsiifamuu qaba jettanii amantan irratti qophaa’uun barsiisuu eegaluu ni dandeessu.
Dhaabbati keenya kun barsiisotaaf kaffaltii sa’atii irratti hundaa’ee kan kaffalu yommuu ta’u, yeroo ammaa sa’atii tokko qarshii 250 kaffalaa jira.
Dandeettii barsiisummaa qabdaniin dhaloota gargaaraa qarshii dalaguu ka feetan taanaan karaa @AbdiiSabaaDm nu dubbisuun gosa barnootaa barsiisuu barbaaddaniifi wanti isin barsiistan hagam bu’aa akka buusu akkasumas barattoota maalif akka gargaaru ibsa ballaa waliin nuuf ergaa.
Yeroo nu qunnamtan gaaffiiwwan armaan gadii kan hin deebisna taanaan isin hin keessummeessinu.
Yeroo nu qunnamtan gaaffiiwwan kana guutuun nuuf ergaa.
1ffaa, Gosa barnootaa barsiisuu feetan kami?
2ffaa, Gosa barnootaa isin filattan kun hagam barattoota qormaata isaaniifi beekumsa isaanii walii galaa irratti gargaara? Barattoota barumsa ati kennitu kaa erga fudhatanii hagam jijjiirama fidu jettee amanta? Qormaata kam irratti isaan qopheessa? Ogummaa akkamii isaan goonfachiisa. Barbaachisummaan isaa hagam?
3ffaa, Dandeettii barsiisuu, nama hubachiisuufi dhiheessii gaarii qaba jettanii yaadduu?
4ffaa, viidiyoo Daqiiqaa 5 ykn isaa olii gosa barnootaa filattan irratti barsiisuun dandeettii keessan mullisaa. Viidiyoo isin nuuf ergitan filatamuu keessaniif shoora guddaa taphata sababa ta’eef itti yaaduun qopheessaa.
Hubachiisa.
Barsiisota dandeettii addaa qabaniifi bifa dhaabbataan itti fufuuf walii galtee sirna kaffaltii addaa barbaadaniif carraan “Piroppoozaala” mataa ofii galfachuu ni kennama.
@AbdiiSabaaDm irratti nu qunnamaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 241👍 35👏 14🤯 3
Photo unavailableShow in Telegram
Online barsiisuu namooti barbaaddan galmaa’uu ni dandeessu.
Namooti dandeetti online barsiisuu qabdan gosa barnootaa barbaachisaafi barsiifamuu qaba jettanii amantan irratti qophaa’uun barsiisuu eegaluu ni dandeessu.
Dhaabbati keenya kun barsiisotaaf kaffaltii sa’atii irratti hundaa’ee kan kaffalu yommuu ta’u, yeroo ammaa sa’atii tokko qarshii 250 kaffalaa jira.
Dandeettii barsiisummaa qabdaniin dhaloota gargaaraa qarshii dalaguu ka feetan taanaan karaa @AbdiiSabaaDm nu dubbisuun gosa barnootaa barsiisuu barbaaddaniifi wanti isin barsiistan hagam bu’aa akka buusu akkasumas barattoota maalif akka gargaaru ibsa ballaa waliin nuuf ergaa.
Hubachiisa.
Barsiisota dandeettii addaa qabaniifi bifa dhaabbataan itti fufuuf walii galtee sirna kaffaltii addaa barbaadaniif carraan “Piroppoozaala” mataa ofii galfachuu ni kennama.
@AbdiiSabaaDm irratti nu qunnamaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 19
Photo unavailableShow in Telegram
Online barsiisuu namooti barbaaddan galmaa’uu ni dandeessu.
Namooti dandeetti online barsiisuu qabdan goda barnootaa barbaachisaafi barsiifamuu qaba jettanii amantan irratti qophaa’uun barsiisuu eegaluu ni dandeessu.
Dhaabbati keenya kun barsiisotaaf laffaltii sa’atii irratti hundaa’ee kan kaffalu yommuu ta’u, yeroo ammaa sa’atii tokko qarshii 250 kaffalaa jira.
Dandeettii barsiisummaa qabdaniin dhaloota gargaaraa qarshii dalaguu ka feetan taanaan karaa @AbdiiSabaaDm nu dubbisuun gosa barnootaa barsiisuu barbaaddaniifi wanti isin barsiistan hagam bu’aa akka buusu akkasumas barattoota maalif akka gargaaru ibsa ballaa waliin nuuf ergaa.
Hubachiisa.
Barsiisota dandeettii addaa qabaniifi walii galtee sirna kaffaltii addaa barbaadaniif carraan “Piroppoozaala” mataa ofii galfachuu ni kennama.
@AbdiiSabaaDm irratti nu qunnamaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Ministeerri Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti namni Vaayirasii Marburgiin qabame argamuu beeksise.
Namni kun dhukkubsataa vaayirasii Marburg kan jalqabaa Jinkaatti argame waliin wal qunnamtii kan qabu yoo ta'u, gara naannoo sanaa imaluun gara Hawaasaatti deebi'ee akka ture himama.
Kun kan ibsame Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa hojii vaayirasii Marburg irratti hojjetamaa jiru irratti ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin.
Ministirri kun akka ibsanitti, Sadaasa 5 hanga Sadaasa 17/2017tti, yeroo vaayirasichi argamutti, namoota 73f qorannoon laabraatoorii gaggeeffamee, namoonni 11 vaayirasichaan qabamaniiru; isaan keessaa 6 du’aniiru; akkasumas 5 wal'aansa irra jiru.
Namoonni dhuunfaa 349 isaan waliin qunnamtii qabaataa waan turaniif hordoffiin taasifamaa kan jiru yoo ta'u, isaan keessaa 119 yeroo tursiisaa xummuraniiru jedhan Ministirri kun.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 182😭 34👍 22😁 12🤯 6🔥 5
Photo unavailableShow in Telegram
Volkaanoon haaraa Ertallee irratti uumame dhohiinsa Haayilee Gubii waliin hidhata qabaachuu mala jedhame.
Suuraaleen raadara Sintetiksii aperture Sentinel-1 Sadaasaa 16 kaafaman, naannoo sanatti sochiin volkaanoo tokkollee osoo hin jiraatin, rigaa haaraa bal'inni isaa meetira 760 fi 350 ta'e fiixee volkaanoo Ertale irratti uumamuu agarsiisa.
Taatee kun dhohiinsa humna guddaa Sadaasaa 14 Haayilee Gubii keessatti muudateen walqabatee akka ta'e tilmaama.
Kunis sirnoonni volkaanoo ollaa lamaan kuufama dhagaa baqfame akka qooddatanii fi dhiibbaa keessoo walirratti taasisaa akka jiran agarsiisa jedhame.
Qaama gaara Ertale kan taate Hailey Gubi yoo xiqqaate waggoota 12,000 hirriba keessa erga turtee booda Wiixata Sadaasaa 14 sochii cimaa fi dhoo’aa agarsiisuu eegaluun gabaafameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 244😱 26👍 19😭 19😁 4😢 4🤝 3🤯 2🆒 1
